(ታህሳስ 4/2017 ዓ.ም) በውይይቱ በድጋፍና ክትትሉ የተሳተፉ የቢሮው የስራ ክፍሉ የስርአተ ትምህርት ባለሙያዎችና የክፍለ ከተማ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ትግበራ ቡድን መሪዎችና የዘርፉ አስተባባሪዎች ተሳታፊ ሆነዋል።
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ማበልጸጊያና ትግበራ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ ተሾመ ቀናሳ ድጋፍና ክትትሉ በዋናነት በሁለተኛ ሩብ አመት ከአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት አተገባበር ጋር በተገናኘ በክፍለ ከተማ እና በትምህርት ቤት ደረጃ ያለውን አፈጻጸም በመገምገም በጥንካሬ የታዩትን ለማስቀጠል እና በድክመት የተስተዋሉትን በማሻሻል በቀጣይ የተሻለ ስራ ለመስራት ታስቦ መካሄዱን አስታውቀዋል።
ዳይሬክተሩ አያይዘውም አዲሱን ስርአተ ትምህርት መሰረት አድርጎ ከሰባተኛ ክፍል ጀምሮ ተግባራዊ የሆነውን የስራና ተግባር ትምህርት(carier and technical education) በተለይም በ11ኛ ክፍል ያለበትን የትግበራ ሂደት በማስመልከት በሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች ድጋፍና ክትትል መካሄዱን ጠቁመው ትምህርቱ ተማሪዎች ከንድፈ ሀሳብ ባሻገር በተግባር ክህሎታቸውን ማሳደግ እንዲችሉ ታስቦ እንደመተግበሩ ስራ ክፍሉ በቀጣይ በትምህርት ቤቶች የሚያካሂደውን የድጋፍና ክትትል ስራ አጠናክሮ የሚቀጥል መሆኑን አመላክተዋል።
Daariktooreetii Qophiifi Raawwii Sirna barnootaatti Rawwii kurmaana Lammeeffaa Ilaalchisee Kutaa Magaalaa fi Manneen Barnootaatti Hordoffii fi Deegarsa ta’e irratti mariin gaggeeffame.
(Mudde 4/2017 A.L.I ) Marii gaggeeffame irratti ogeessonni Biiroo sirna barnootaa Afaan Oromoofi Dursitoonni garee sirna barnootaa Afaan Oromoo kutaalee Magaalaa irratti Hirmaataniiru.
Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa finfinneetti Daayirektarri Daayirektooreetii Qophiifi Raawwii Sirna barnootaa Obbo Tashoomee Qanaasaa Hordoffiif Deggarssi Qabxiilee ijoo Rawwii Sirna Barnootaa Afaan oromoo kurmaana Lammeeffaa Kutaalee Magaalaafi Manneetii Barnootaa Gamaagamuun Ciminaafi Hanqina Mul’ate Adda baasuun cimina itti fufsiisuun Hanqinoota Mul’atan imoo fooyyeffachuun Fuula duraf Hojiin Faayya’ee Hojjetamuu akka qabu Yaadamee Akka dhiyaate ibsameera.
Daarikteerichi Kanumaan wal qabsiisee Sirna barnootaa Haaraa Bu’uura godhateen kutaa Toorba irraa Eegalee Hojii irra oolaa kan jiru barnoota ogummaa fi gochaa (Carier and technical education) keessumaayyu Kutaa 11 fi 12 haalli raawwii isaa ilaalchisee manneetii Barnootaa Sad, 2ffaa Keessatti Deegarsaa fi hordoffii Gaggeeffamuu isaa ibsuun,baratoonni Yaadan barachuu caalaa Dandeettii Gochaan Barachuufi ogummaa akka horatan taasisuuf kan itti yaadame hojiirra oolee waan ta’eef gara fuula duraatti Hordoffiifi Deegarsi Cimee akka itti fufu qabu ibsameera.
0 Comments