(ህዳር 27/2017ዓ.ም) የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ አጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቪዥን ዳይሬክቶሬት በአዲስ ከተማ ክፍለ ከተማ ሰፈረ ሰላም ቅድመ አንደኛ አንደኛና መካከለኛ ትምህርት ቤት ሱፐርቪዥን ክላስተር በመገኘት ከሁሉም ክፍለከተሞች ከተውጣጡ የትምህርት ፅ/ቤቶች ሥራ መሪዎችና ሱፐርቪዥን ክላስተር አስተባባሪዎች ጋር የልምድ ልውውጥ አካሂዷል::
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ አጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቪዥን ዳይሬክቶሬት የሱፐርቪዥን ባለሙያ የሆኑት አቶ በለጠ ንጉሴ የልምድ ልውውጡ በሁሉም ክላስተሮች የሚሰጡ አገልግሎቶች በስታንዳርዱ መሰረት እንዲከናወንና የሂሳብና እንግሊዝኛ ትምህርቶች ስትራቴጂ ትግበራ ክትትል እንዲጠናከር ያስችላል ብለዋል :: ብሎም ክላስተር ማዕከላት ተቀራራቢ ድጋፍ እንዲያደርጉና ወጥና ተቀራራቢ አፈፃፀም እንዲኖር ያደርጋል ብለዋል ::
የአዲስ ከተማ ክፍለ ከተማ ሱፐርቪዥን ሥራዎች አስተባባሪ አቶ ብርሃኑ ቱጂ በበኩላቸው በልምድ ልውውጡ ላይ በመገኘት በሱፐርቪዥን ሙያ የሚሰጡ የትምህርት ድጋፎች የትምህርት ሴክተሩን ብቁ የሚያደርጉ እንዲሁም የተሳሳተ አካሄድ ያለበትን ለማቃናት እገዛ የሚያደርግ መሆኑን አብራርተዋል :: በልምድ ልውውጡ የተሳተፉ ሌሎች ትምህርት ቤቶችም ለትምህርት ጥራት መረጋገጥ እየተሰራ ያለውን ጠንካራ ሥራ ወደራሳቸው ወስደው አስፍተው እንዲጠቀሙበትና ብቁ :በውጤትና በስነምግባር የተመሰከረለት ዜጋ ለማፍራት እየተደረገ ያለውን ጥረት ውጤታማ እንዲያደርጉ ጠይቀዋል ::
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ አጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቪዥን ዳይሬክቶሬት የአፋን ኦሮሞ ሱፐርቪዥን ቡድን መሪ ባንቺዓለም ጌታቸው በልምድ ልውውጡ ላይ በሰጡት ማጠቃለያ የዚህ አይነት የውይይት መድረኮች የሱፐርቪዥን ሙያ ብቃት ስታንዳርድ ተመሳሳይ ይዘት እንዲኖረውና እንዲጠነክር የሚያደርግ መሆኑን ጠቁመው: የልምድ ልውውጡ ተሳታፊዎች የወሰዱትን ልምድ ወደራሳቸው ቀይረው የተሻለ የሱፐርቪዥን ድጋፍ እንዲያደርጉ አሳስበዋል ::
በልምድ ልውውጡ ከዝግጅት ምዕራፍ ጀምሮ የተሰሩ አጠቃላይ ሥራዎች አፈፃፀም : የሂሳብና እንግሊዝኛ ትምህርቶች ስትራቴጂ :ጥናትና ምርምር :በግል ትምህርት ቤቶች የተደረገ ድጋፍ እና የተማሪ ምገባ ላይ ትኩረት ያደረጉ ሰነዶች ቀርበው በልምድ ልውውጡ ተሳታፊዎች ውይይት ተደርጎባቸዋል በተጨማሪም የሂሳብና እንግሊዝኛ ትምህርት ማሻሻያ ላብራቶሪዎች ተጎብኝተዋል ::
Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Daayirektoreetiin supparvizyinii Barnoota Waliigalaa Waajjira Barnoota Kutaa Magaalaa Addis Akama wajjin ta’uun Kilaastara Suppervizyinii Mana Barumsaa Safara salam keessatti muuxannoo waljijjiirraa guyyaa 27/3/2017gaggeesse.
Daayirektoreetiin supparvizyinii Barnoota Waliigalaa Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee, Kilaastara Suppervizyinii Manneen Barnootaa Sadarkaa 1ffaa Duraafi Sadarkaa 1ffaa fi Giddugaleessaa Safara Salam Kutaa Magaalaa Addis Katama keessatti, hoggantoota waajjiraalee barnootaa,Qindeessitoota Waajjira Barnoota, Qindeessitoota kilaastara supparviizhinii sad.1ffaa fi 2ffaa irraa dhufaan muuxannoo wal jijjiirraa godhame jira.
Daayirektoreetiin supparvizyinii Barnoota Waliigalaa Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinneetti Supparvayzaara Waliigala Barnoota Afaan Oromoo kan ta’ee Obbo Ballaxaa Niguseen, waljijjiirraan muuxannoo kanaan tajaajilli kilaastaroota hundaan kennamu akkaataa istaandaardiitiin akka raawwatamuufi hojiirra oolmaa barnoota herregafi Afaan Ingiliffaa akka ta’u cimsuun ibsaniiru.
Gama Kutaa Magaalaa Addis Katamatiin Qindeessaan kutaa Magaalaa obbo Birhaanuu Tuujiin waljijjiirraa muuxannoo irratti argamuun deeggarsa barnootaa ogummaan supparviizhiniitiin kennamu damee barnootaa gahumsa kan taasisuufi mala dogoggoraa sirreessuuf kan gargaaru ta’uu ibsuun Bal’inaan itti fayyadamuu akka qabnu hubachiisan.
Daayirektoreetiin supparvizyinii Barnoota Waliigalaa Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinneetti Abba Adeemsaa Supparvayzaara Waliigalaa Barnoota Afaan Oromoo Baanchaalam Geetaachoo, gabaabinaan waljijjiirraa muuxannoo kanaa keessatti, waltajjiin marii gosa kanaa sadarkaan gahumsa ogummaa supparvizyinii qabiyyee walfakkaataa akka qabaatufi cimsa kan taasisu ta’uu hubachiisanii.
Hojiiwwan waliigalaa Jalqaba hojii bara 2017 eegalee hojjetaman hojiirra oolchuuf Deeggarsa supparvizyinii gochun tarsiimoo herregaa fi barnoota Afaan Ingiliffaa, qorannoo fi qorannoo, sanadoonni tarsiimo gadii bu’aan, soorata barattootaa manneen barnootaa dhuunfaa irratti xiyyeeffatan dhiyaatanii baayee gaarii ta’uu ibsuub muuxannoo waljjiirraa kan itti fufuu ta’uu hubachiisanii jiru.
0 Comments