የሰፉ እና የገዳ ስርአት ትምህርት (barnoota safuufi sirna gadaa) መማሪያ መጽሐፍ ለመምህራን የማስተዋወቅ ስራ ተሰራ።

by | ዜና

(ጥቅምት 16/2017 ዓ.ም) የመማሪያ መጽሐፉ የትምህርት አይነቱን ለሚያስተምሩ መምህራን እና ለክፍለ ከተማ ስርአተ ትምህርት ባለሙያዎች የተዋወቀ ሲሆን መምህራኑ ከስርአተ ትምህርት ባለሙያዎቹ ጋር በመሆን በየክፍለ ከተማው በተመሳሳይ የመጽሐፉን ይዘት የማስተዋወቅ ስራ እንደሚሰሩ ተገልጿል።

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ምክትል ቢሮ ኃላፊ እና የዘርፉ አስተባባሪ ወይዘሮ ታጋይቱ አባቡ በመርሀ ግብሩ መክፈቻ ባስተላለፉት መልዕክት መምህራኑ እና የስርአተ ትምህርት ባለሙያዎቹ የመጽሐፉን ይዘት እንዲተዋወቁ የተፈለገው ለራሳቸው በቂ ግንዛቤ ፈጥረው በቀጣይ በየክፍለ ከተማው እና በትምህርት ቤት ደረጃ በተመሳሳይ ለሚመለከታቸው አካላት ማስተዋወቅ እንዲችሉ ታስቦ መሆኑን ጠቁመው ቢሮው በቀጣይ በሚያከናውናቸው የድጋፍና ክትትል ተግባራት አተገባበሩን የሚከታተል መሆኑን አስገንዝበዋል።

Waltajjiin Kitaaba Barataafi Qajeelcha barsiisaa Barnoota Safuufi Sirna Gadaa irratti hubannoo uumuufi beeksiisu gaggeeffame.

(Onkololeessa 16/2017 A.L.I.) barsiisota akaakuu barnootichaa barsiisaa jiraniifi, ogeessota sirna barnootaa kutaalee magaalaatiif, qindeessitoota supparviizyinii barnoota waliigalaa kutaalee magaalaatiifi supparvaayzaroota barnoota waliigalaa sagantaa Afaan Oromoo Biirootiif kitaabni barataafi qajeelchi barsiisaa Barnoota Safuufi Sirna Gadaa kan beeksifame yoomu ta’u, barsiisonni hubannoo argatan kunneen ogeeyyii sirna barnootaa kutaalee magaalaa waliin ta’uun barsiisota akaakuu barnoota kana barsiisaa jiraniif qabiyyee barnootichaa irratti hojiin hubannoo uumuu akka hojjatan ibsamee jira.

Itti aantuu Biiroo barnootaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adde Taagaayituu Abbaabbuu saaqiinsa saganticha irratti ergaa dabarsaniin, hirmaattonni sagantaa kanaa barsiisonniifi ogeeyyiin sirna barnootaa qabiyyee kitaabolee kanneen irratti hubannoo gahaa argatanii fuul duratti kutaalee magaalaa isaanitti barsiisota akaakuu barnootaa kana barsiisaa jiran hundaaf kitaabicha akka beeksisan ta’uu isaa eeruun, itti aanun hordoffiif deeggarsa sadarkaa biirootti gaggeeffamuun haalli raawwii hojichaa kan gamaggamamu ta’uu isaa hubachiisanii jiru.

0 Comments