(ጥር 9/2017 ዓ.ም) ብቃት የማረጋገጡን ስራ ከመንግስትና ከግል ትምህርት ቤቶች የተውጣጡ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት መምህራን እና የክፍለ ከተማ የዘርፉ ቡድን መሪዎች መስራታቸውን ከመርሀ ግብሩ አዘጋጆች ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ማበልጸጊያና ትግበራ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ አባይ ተስፋዬ በትምህርት ቤቶች ወጥ የሆነ የተከታታይ ምዘና ስርአት በማስፈን የትምህርት ጥራትን ለማረጋገጥና የተማሪዎችን ውጤት ለማሻሻል እንዲቻል ሰነዱ መዘጋጀቱን አስታውቀዋል።
ዳይሬክተሩ አያይዘውም በብቃት ማረጋገጥ ሂደቱ በመምህራኑ የሚሰጡ የማስተካከያ እና የማሻሻያ ሀሳቦችን በማካተት በቀጣይ ሰነዱን ወደ ተግባር የማስገባት ስራ የሚሰራ መሆኑን ጠቁመው ስራ ክፍሉ ተገቢውን ድጋፍና ክትትል የማድረግ ተግባሩን አጠናክሮ እንደሚቀጥል አመላክተዋል።
Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Daayirektoreetii Sirna Barnoota Afaan Oromoo keessatti Sanada Madaallii Walitti Fufaaf qophaa’e; hojiin sanadicha dhugoomsuu, mirkaneessuufi gamaaggamuu hojjetame.
Amajjii, 9/2017 A.L.I. Hojii sanadicha mirkaneessuu irratti kan hirmaatan barsiisota kutaa 1-12 barsiisan Manneen Barnoota Mootummaafi Dhuunfaa irraa dhufaniifi Abbootii Adeemsa Sirna Barnoota Afaan Oromoo Kutaalee Magaalaa ta’uu isaanii odeeffannoon qopheessitoota sagantichaa irraa arganne ni agarsiisa.
Daayirektarri Daayirektoreetii Sirna Barnoota Afaan Oromoo kan ta’an obbo Abbaay Tasfaayee Manneen Barnoota hunda keessatti bifa walfakkaatuun Sirna Madaalli Walitti Fufaa hojiirra oolchuufi Qulqullina Barnootaa mirkaneessuun qabxii barattootaa fooyyessuuf sanadichi qophaa’uu beeksisaniiru.
Daayirektarichi itti dabaluun, Yaada sirreeffamaa fi yaada fooyya’iinsaa barsiisotaafi ogeeyyii irraa ka’an akka galteetti fudhachuun sanadicha kan gabbisan ta’uu eeruun, saffisaan sanadicha gara hojiitti galchuun deeggarsaafi hordoffii raawwii sanadichaa akka taasisan ibsaniiru.
0 Comments