የአጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቪዥን ዳይሬክቶሬት በክላስተር ማዕከላት በተካሄደ የሱፐርቪዥን ግኝት ዙሪያ ውይይት አካሄደ።

by | ዜና

(የካቲት 14/2017 ዓ.ም) በውይይቱ የክፍለ ከተማ ትምህርት ጽህፈት ቤት የሱፐርቪዥን ዘርፍ ስራ መሪዎችና የቢሮው ሱፐርቫይዘሮች የተሳተፉ ሲሆን በቀረበው የሱፐርቪዥን ግኝት ዙሪያ ውይይት በማድረግ በቀጣይ መከናወን በሱፐርቪዥን ግኝቱ መነሻ የሚከናወኑ ተግባራት አቅጣጫ ተቀምጧል።

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቪዥን ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ ጥላዬ ዘውዴ በክላስተር ማዕከላቱ በተካሄደ የሱፐርቪዥን ግኝት ዙሪያ ቀደም ሲል ከቢሮው የማኔጅመንት አባላትና ከክፍለ ከተማ ትምህርት ጽህፈት ቤት ኃላፊዎች ጋር ተመሳ ሳይ ውይይት መካሄዱን ገልጸው በጉድኝት ማዕከላቱ የተደረገው ሱፐርቪዥን ክላስተር ማዕከላቱን ወደ ተቀራራቢ አፈጻጸም በማምጣት የተማሪዎች ውጤትና ስነምግባር እንዲሻሻል ታስቦ እንደመካሄዱ የክፍለ ከተማ የሱፐርቪዥን ዘርፍ ስራ መሪዎች በግብረ መልሱ መሰረት በየክላስተር ማዕከላቱ ተገቢውን ድጋፍና ክትትል ማድረግ እንደሚገባቸው አስገንዝበዋል። ከዚህም ባሻገር በየደረጃ ያለው ክላስተር ማዕከል ስራውን በአግባቡ መስራት እንዲችል በየደረጃው ያለው መዋቅር የክላስተር ማእከሉ ከሚገኝበት ተቋም እና ሳተላይት ትምህርት ቤቶች ጋር በመነጋገር የሚያስፈልጉ ግብዓቶችን ማሟላት እንደሚገባ አሳስበዋል፡፡ እንዲሁም በቀጣይ በስትራቴጂያዊ ነጥቦች ላይ ትኩረት በማድረግ የተማሪዎችን ውጤት ሊያሻሽሉ የሚችሉ ስልቶች ትኩረት መስጠት እንደሚገባ አሳስበዋል፡፡

በ128 ክላስተር ማዕከላት በተደረገው የሱፐርቪዥን ምዘና የሒሳብና እንግሊዘኛ ትምህርት ስትራቴጂ አፈጻጸም፣የ6ኛ፣8ኛ እና 12ኛ ክፍል ውጤት እንዲሻሻል የተከናወኑ ተግባራት እንዲሁም የመምህራን ክሊኒካል ሱፐርቪዥን እና በትምህርት ቤቶች ሰላማዊ የመማር ማስተማር ሂደት እንዲኖር የተደረገ ድጋፍን ጨምሮ 15 ነጥቦችን የያዘ ቼክ ሊስት ተዘጋጅቶ ወደስራ መገባቱን የአጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቪዥን ቡድን መሪ አቶ ተሾመ ቀናሳ አስታውቀዋል።

የክላስተር ማዕከላቱ በቀረበው የሱፐርቪዥን ግኝት ግብረመልስ መሰረት በጥንካሬ የተቀመጡ ተግባራትን በማስቀጠልም ሆነ በክፍተት የተለዩትን በማስተካከል የመማር ማስተማር ስራውን ውጤታማ ማድረግ እንዲችሉ የሚመለከታቸው አካላት ተገቢውን ድጋፍና ክትትል ማድረግ እንደሚገባቸው የአፋን ኦሮሞ አጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቪዥን ቡድን መሪ ወይዘሮ ባንቺ ገልጸዋል።

Daayireektoreetiin supparviizyinii barnoota waliigalaa, argannoo supparviizyinii wiirtuulee kilaastaraa irratti marii taasise. Marii Guraandhala 14//2017 A.L.I. gaggeeffame kana irratti waajjira barnootaa kutaa magaalaa irraa gaggeessitoonni hojii damee supparviizyinii, supparvaayizaroonni Biiroo kanhirmaatan innaa ta’u, argannoo madaallii wiirtuu supparviizyinii irratti marii taasisuun yeroo ittaanuuf kallattiin taa’ee jira. Biiroo barnootaa Finfinneetti Daayireektarri daayireektoreetii supparviizyinii barnoota waliigalaa Obbo Xilaayee Zawdee

argannoo madaalli wiirtuulee supparviizyinii irratti tanaandura miseensota bulchiinsa biiroo waliin akkasumas hoggantoota waajjira barnootaa kutaalee magaalaa waliin mariin taasifamuu isaa eeranii madaalliin kun wiirtuuleen supparviizyinii gara istaandaardii isaaniif taa’etti dhufuun bu’aafii naamusa barattootaa fooyyessuuf waan taasifameef hojii-gaggeesitoonni waajjira barnootaa dame supparviizyinii duub deebii kenname bu’ura taasisuun wiirtuulee supparviizyiniif deeggarsaafi hordoffii barbaachisaa taasisuu akka qaban hubachiisanii jiru. Akkasumas wiirtuuleen hojii isaanii haala sirrii ta’een hojjachuu akka danda’an hoggansi sadarkaa sadarkaadhaan jiru, galtee barbaachisaa ta’e guutuudhaan haala mijaawaa uumuu akka qabu beeksisanii jiru. Fuula duraafiis hojiilee tarsiimoo irratti xiyyeeffachuun bu’aa guddaadhaaf qophaa’uu akka qaban beeksisanii jiru.

Cheek liistiin Madalliin wiirtuulee supparviizyinii 128 keessatti gaggeeffame kana irratti, raawwiin tarsiimoon barnoota herreegaafi afaan Ingilizii, bu’aa barnootaa kutaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaa fooyyeessuuf hojiilee hojjataman, akkasumas deeggarsaafi hordoffii daree barsiisotaaf taasifamee akkasumas haala baruuf barsiisuu naga-qabeesaa ta’eefi kkf dabalatee qabxiilee 15 kan hamate innaa ta’u, hojiin kun hojjatamuun isaa ciminaafi hanqina jiru adda kan baase waan ta’eef hojii fuula duraaf kutannoo kan uumu ta’uu isaa dursaan garee supparviizyinii barnoota waliigalaa Obbo Tashoomaa Qanaasaa beeksisanii jiru.

Duub deebiiwwan madaallii wiirtuulee supparviizyinii irratti hundaa’uun cimina jiru itti fufseesuufi hanqina jirummoo sirreessuun hijii baruuf barsiisuu bu’a qabeessa taasisuuf hojiin deeggarsaafi hordoffii baay’ee barbaachisaa ta’uu isaa dursituun garee supparviizyinii barnoota waliigalaa Afaan Oromoo Adde Baanchaalam Geetaachoo beeksisanii jiru.

 

0 Comments