የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ማበልጸግና ትግበራ ዳይሬክቶሬት የዘርፉን የአንደኛ ሩብ አመት እቅድ አፈጻጸም ገመገመ።

by | ዜና

(ጥቅምት 5/2017 ዓ.ም) በመርሀግብሩ የክፍለ ከተማ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ትግበራ ቡድን መሪዎችና የዘርፉ አስተባባሪዎች የተሳተፉ ሲሆን በተጨማሪ ተማሪዎችን በሒሳብና እንግሊዘኛ የትምህርት አይነቶች ውጤታማ ለማድረግ የተዘጋጀው ስትራቴጂ አፈጻጸም ግምገማ ተካሂዷል።

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ማበልጸግና ትግበራ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ ተሾመ ቀናሳ በመርሀ ግብሩ መክፈቻ ባስተላለፉት መልዕክት በከተማ አስተዳደሩ በሚገኙ ትምህርት ተቋማት በ2017 ዓ.ም የዝግጅት ምዕራፍ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት በአግባቡ ተግባራዊ እንዲሆን በየደረጃው የተከናወኑ ተግባራትን በመገምገም በቀጣይ የታዩ ጥንካሬዎችን በማስቀጠል እና በሂደት ያጋጠሙ ክፍተቶችን በማረም ውጤታማ ስራ ለመስራት ታስቦ ውይይቱ መዘጋጀቱን አመላክተዋል።

ዳይሬክተሩ አያይዘውም ቢሮው በ2017ዓ.ም የትምህርት አመት ትኩረት ካደረገባቸው ተግባራት መካከል አንዱ ተማሪዎችን በሒሳብና እንግሊዘኛ የትምህርት አይነቶች ውጤታማ ማድረግ መሆኑን ጠቁመው ተማሪዎች በሁለቱ የትምህርት አይነቶች ውጤታማ ከሆኑ በሌሎች ትምህርቶች በሚፈለገው ደረጃ ውጤታማ እንዲሆኑ ስለሚያግዛቸው የውይይቱ ተሳታፊዎች ለስትራቴጂው ውጤታማነት የሚጠበቅባቸውን ኃላፊነት በአግባቡ ሊወጡ እንደሚገባ አስገንዝበዋል።

በመርሀ ግብሩ የተመረጡ ክፍለከተሞች እና የቢሮው የዘርፉ የአንደኛ ሩብ አመት እቅድ አፈጻጸም ሪፖርት ቀርቦ በተሳታፊዎች ውይይት ተካሂዷል።

Biiroo barnootaa Finfinneetti Daayireektoreetiin qophiifi raawwii sirna barnootaa Afaan Oromoo gamaggama raawwii karooraa kurmaana 1ffaafi duubdeebii hordoffiif deeggarsaa manneen barnootaa irratti taasisee jira.

Sagantaa Onkololeessa 05/02/2017A.L.I. gaggeeffame kana irratti waajjira barnootaa kutaalee magaalaa irraa dursitoonni garee sirna barnootaa Afaan Oromoofi hojigaggeesitoonni sirna barnootaa kutaalee magaalaa, akkasumas ogeeyyiin Biiroo barnootaa daayireektoreetii adda addaa irraa hirmaatanii jiru. Akkasumas maaricha irratti haalli tarsiimoo qabxii Ingiliffaafi Herreegaa fooyyessuu maalirra akka jiru mari’atamee jira.

Biiroo barnootaa Finfinneetti Daayireektarri Daayireektoreetii qophiifi raawwii sirna barnootaa Afaan Oromoo Obbo Tashoomaa Qanaasaa baniinsa marichaa irratti haasaa taasisaniin boqonnaa qophiifi jalqabbii hojii bara barnootaa 2017 irratti hojiilee gurguddoo biiroo barnootaa bulchiinsa magaalichaatiniifi caasaa sadarkaa sadarkaadhaan jiruun hojjatamaniin sagantaan sirna barnootaa Afaan Oromoo irratti bu’aan jajjabeessaan galmeeffamee jiraachuu isaa kaasuun isa kanas yeroo yerooti gamaggamuun cimina jiru dagaagsuufi hanqina mul’atu sirreessuuf waltajjiin har’aa kun barbaachisee jedhanii jiru. Daayireektarichi itti aansuun barnoota Herreegaafi Ingiliizii bu’a qabeessa taasisuuf hirmaattonni waltajjichaafi dhimmamtoonni hunduu waan isaanirraa eegamu bahachuu akka qaban hubachiisanii jiru.

Saganticha irratti gabaasni kutaalee magaalaa filatamaniifi gabaasni kurmaana 1ffaa Daayireektoreetii qophiifi raawwii sirna barnootaa Afaan Oromoo dhiyaatee mariin irratti taasifamee jira.

0 Comments