የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ማበልጸጊያና ትግበራ ዳይሬክቶሬት እና የሚዲያ ይዘት ማበልጸግና ስርጭት ዳይሬክቶሬቶች የዘርፉን የ6 ወር እቅድ አፈጻጸም ገመገሙ።

by | ዜና

(ታህሳስ 19/2017 ዓ.ም) በመርሀ ግብሩ የዳይሬክቶሬቱን ባለሙያዎች ጨምሮ የክፍለ ከተማ የስርአተ ትምህርት ትግበራ ቡድን መሪዎች ፣ ባለሙያዎች እንዲሁም የስራ አስተባባሪዎችና የወረዳ ትምህርት ጽህፈት ቤት የትግበራ ባለሙያዎች ተሳታፊ ሆነዋል።

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ምክትል ቢሮ ኃላፊ እና የዘርፉ አስተባባሪ አቶ ዲናኦል ጫላ በመርሀ ግብሩ መክፈቻ ባስተላለፉት መልዕክት በስድስቱ ወራት በሁለቱም ዳይሬክቶሬቶች የተለያዩ ተግባራት መከናወናቸውን ገልጸው በዚህ ሂደት የተከናወኑ ጠንካራ አፈጻጸሞችን በማስቀጠልም ሆነ በአፈጻጸም የተስተዋሉ ችግሮችን በመቅረፍ በቀጣይ ውጤታማ ስራ መስራት እንደሚገባ አስገንዝበዋል።

የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ማበልጸጊያና ትግበራ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ ተሾመ ቀናሳ ስራ ክፍሉ በ2017 ዓ.ም 6 ወራት በየደረጃው የሚገኙ የአፋን ኦሮሞ ስርአተ ትምህርት ትግበራ ቡድን መሪዎችና ባለሙያዎች በማስተባበር ባከናወናቸው የተለያዩ ተግባራት ውጤታማ መሆን መቻሉን ጠቁመው በውይይቱ የሚነሱ ሀሳቦችን በማካተት በቀጣይ የተሻለ ስራ እንደሚሰራ አስታውቀዋል።

የሚዲያ ይዘት ማበልጸግና ስርጭት ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር ወይዘሮ የውብዳር አያሌው በበኩላቸው በዛሬው የስድስት ወር እቅድ አፈጻጸም ግምገማ ከቢሮ ጀምሮ እስከ ትምህርት ቤት ድረስ ከሬዲዮ ትምህርት አተገባበር ጋር በተገናኘ የተከናወኑ ተግባራትን በመገምገም በቀጣይ ውጤታማ ስራ ለመስራት እንደሚሰራ አስገንዝበዋል።

በመርሀ ግብሩ የሁለቱም ዳይሬክቶሬቶች የ2017 ዓ.ም የ6 ወር ዕቅድ አፈጻጸም ሪፖርት እና የተመረጡ ክፍለ ከተሞች ሪፖርት ቀርቦ ውይይት በማድረግ በቀጣይ መከናወን በሚገባቸው ተግባራት ዙሪያ አቅጣጫ ተቀምጧል።

Daarektoreetiin qophiifi raawwii sirna barnoota Afaan Oromoofi daarektoreetiin qophiifi tamsaasa qabiyyee miidiyaa barnootaa raawwii hojii ji’a jahaa gamaaggaman.

Muddee (19/2017) saganticha irratti ogeessota daarektoreetii dabalatee dursitoonni garee sirna barnootaa kutaalee magaalaa, ogeessonni aanaa akkasumas qindeessitoonni hojii hirmaataniiru.

Itti aanaan biiroo barnootaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee obbo Diinaa’ol Caalaa haasawaa baniinsaan akka dubbatanitti daarektoreetota lamaaniin ji’oottan jahan keessatti hojiiwwan garaagaraa raawwatamuu ibsanii adeemsa kana keessatti hojiiwwan akka ciminaatti jiranu itti fufsiisuun hanqinoota mul’atan fooyyessuun fuulduratti hojii bu’a qabeessa hojjechuun barbaachisaa akka ta’e hubachiisaniiru.

Daarektarri daarektoreetii qophiifi raawwii sirna barnoota Afaan Oromoo obbo Tashoomaa Qanaasaa bara 2017 ji’oota jahan darban keessatti dursitoota gareefi ogeessota sirna barnootaa sadarkaan jiran qindeessuun hojiiwwan hojjetamaniin bu’a qabeessa ta’uu caqasuun yaadota mariin ka’an itti ida’uun irra caalaa hojjetamuu qaba jedhaniiru.

Daarektarri daarektoreetii qophiifi tamsaasa qabiyyee miidiyaa barnootaa Aadde Yewubdaar Ayyaaleew gama isaaniitiin gamaaggamni raawwii ji’a jahaa biiroo irraa eegalee hanga manneen barnootaatti hojiirra oolmaa barnoota raadiyoi gamaaggamuun fuulduratti hojiiwwan bu’a qabeessa hojjechuun nurraa eegama jechuun hubachiisaniiru.

Sagantichaan gabaasni raawwii hojii daarektoreetii lamaaniifi kutaalee magaalaa filatamanii bara 2017 ji’oottan jahan darbanii dhiyaatee marii taasisuun hojiiwwan fuulduratti hojjetamuu qaban kallattiin kaa’ameera.

0 Comments