(ቀን 3/2/2016 ዓ.ም) መርሀ ግብሩ በዋናነት ዘንድሮ በሁሉም የትምህርት እርከኖች አዲሱ ስርአተ ትምህርት ተግባራዊ እንደመደረጉ በቅድመ 1ኛ እና 1ኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች ድጋፍና ክትትል የሚያደርጉ ሱፐርቫይዘሮች የስርአተ ትምህርቱን ይዘት ጠንቅቀው በመረዳት ተገቢውን ድጋፍ ማድረግ እንዲችሉ ታስቦ ነው የተዘጋጀው።
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቪዥን ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ ፀጋዬ አሰፉ መርሀ ግብሩን አስመልክቶ በሰጡት አስተያየት ስልጠናው በዋናነት ሱፐርቫይዘሮቹ አዲሱን ስርአተ ትምህርት በአግባቡ ተገንዝበው በየትምህርት ቤቱ ተቀራራቢ የድጋፍና ክትትል ስራ መስራት እንዲችሉ ታስቦ መዘጋጀቱን አስታውቀዋል።
የአዲስ አበባ ከተማ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ የአጠቃላይ ሱፐርቪዥን ቡድን መሪ ትግስት ድንቁ በበኩላቸው የስልጠናው ተሳታፊዎች ለቅድመ አንደኛ እና አንደኛ ደረጃ ትምህርት የተዘጋጀውን የትምህርት ይዘት ተገንዝበው በክፍል ውስጥ ተገቢውን ድጋፍ ማድረግ እንደሚጠበቅባቸው ጠቁመው ሱፐር ቫይዘሮቹ በየትምህርት ቤቱ የሚያካሂዱት የድጋፍና ክትትል ስራ አዲሱን ስርአተ ትምህርት ላይ የተቀመጡ ይዘቶችን መሰረት ያደረገ መሆን እንደሚገባውም አስገንዝበዋል።
ስልጠናውን የቢሮው የአጠቃላይ ትምህርት ሱፐርቫይዘር የሆኑት አቶ ሰለሞን ወንድሙ እና አቶ ተሾመ ቀናሳ መስጠታቸውን ከስራ ክፍሉ ያገኘነው መረጃ ያመለክታል።
Suupparvayizaroota Sadarkaa 1ffaa Duraafi Sadarkaa 1ffaattif Hojirraa Olmaa Sirna Barnota Irratti Hojiin Hubannoo Laachuun Hojjetamerra.
Kaayyoon marichaa suupparvaayizaroonnii afaan oromoo manneen barnoota deggaraan hundarratti qabiyee sirnaa barnoota hubatanii hojirra olmaa isaa hubatanii deggarsaafi hordoffii akka tasisuu qabaniif yaadamee kan qopha’eedha.
Biiroo Barnoota Bulchinsaa Magaalaa Finfinneetti Daarektarri Daareektoreetti Suupparvizninii Barnoota Waliigalaa kan ta’an Obboo Tsagayee Asaffaa hojirra olmaa sirnaa barnoota haaraa sadarkaa tokkoffaa duraatti fi sadarkaa tokkoffaa suuprvayizaronnii keenya duraa hubatanii deggarsaafi hordoffii lannu keessatti akkamiin akka hojiiraa olaa jiruu dursaa ofii hubannoo fudhachuu qaban jedhamee sagantaa qopha’ee ta’uu hubachisanii waan asitti hubanne kana gadii bunnee mannen barnoota keenyaf deggarsaa barbachisaa akka gochuu qabnuu hubachisnirru.
Dabalatanii Biiroo Barnoota Bulchinsaa Magaalaa Finfinneetti Darektorritti Supparvizyinii Barnoota Waliigalatti qindeessaa garee afaan oromoo kan ta’an Obboo Mangistuu Abbabaa gama saaniittin kaayyoon leenjii kana suuparvayizaronnii mannen barnoota sadarkaa tokkoffa duraafi sadarkaa tokkoffaa deggaraan jalqabarratti qabiyyee sirnaa barnoota haraa kana hubatanii hojirra olmaa isaa mannen barnoota deggaran keessatti qulqullinni barnoota qabatamaan mirkana’ee deeggersaa keenninuun arguudha.
Akka ragaan kutaa mana hojichaa ibsutti Leenjiin kun kan qoopha’ee suuprvayizaroota biiroo kan ta’an Addee Yuubdaar Ayyaloo, Obboo Gammachis Fiqaaduu Fi Obboo Mangistuu Abbabaattin ta’uu isaatti.
0 Comments